Skip to content

FUULDURA KEENYA WALIIN KAROORSINA

Karaalee sadii ittiin hirmaatan


Thank you for your interest in the study. The study is now closed.

Koodii ittiin keessa seenuu keessan gattanii? Yoo koodii itti-gahuumsaa keessaniitiin afeerraa dhabdan maalo nu qunnamaa akkasumas isin gargaaruu ni dandeenya.

rMove photo

Mosaajii bilbila ismaartii rMove fayyadamuun hirmaachuu.

Jireenya keessan itti fufaa. rMove waa’ee imala keessanii galchuun torban tokkoof waa’ee imaloota keessanii gaaffilee isn gaafata.

google play store logo
apple app store logo

Waa’ee qo’annaa

Galmeen Amala Imalaa maal inni?

Galmeen Amala Imalaa qorannoo maatii kan waa’ee dimogiraafii, hojiilee imala guyyaa guyyaa, fi amala geejjiba baramaa ummata naannoo Tiwin Sitiis guddichaa jiraatanii kan walitti qabuudha. Odeeffannoon isaa ejensiiwwan karooraa sadarkaa naannoo fi naanna’aa akkamiin guddinni, babal’inni hawaasaa fi dhiibbaa biroon sirna geejjibaa akka jijjiiran hubachuuf baay’ee isaan gargaara. Geejjibi amansiisaa fi filannoowwan imalaa mijataan qulqullina jireenyaa fi jabina diinagdee naannichaaf ni gumacha. Odeeffannoon qorannichaa fi gabaasotaa ejensiileen investimentii geejjibaa hojiirra ooluu danda’u akka karoorsaniif, iyyannoo deggersa maallaqaa federaalaa dorgomaa tahe akka dhiyeessaniif, akkasumas fedhii naannichaa sirriitti guutuuf fooyya’iinsa barbaachisuuf dursa akka kennaniif isaan gargaara.

Qo’annaan Metropolitan Council waliin ta’uun Minnesota Department of Transportation fi kan Wisconsin Department of Transportation dhaan liifamee.

Odeeffannoo dabalataa waa’ee qo’annaa kanaatiif, maalo gaaffiiwwan yeroo baay’ee gaafataman yookaan nu qunnamaa keenya daawwadha.

msp study region

Gaaffiilee?

Oromo